Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos - Obbo Dirribaa Ayyelee Saaqqataa - Kirjat - Createspace Independent Publishing Platf - 9781726353045 - perjantai 7. syyskuuta 2018
Mikäli Kansi ja otsikko eivät täsmää, on otsikko oikein

Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos

Obbo Dirribaa Ayyelee Saaqqataa

Hinta
R 346,50

Tilattu etävarastosta

Arvioitu toimitus ke - pe 11. - 20. kesä
Lisää iMusic-toivelistallesi
Eller

Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos

Akkuma mata dureen isaa jedhu macaafni kun waa'ee Jireenyaa fi dhaloota Yesuus kiristoos dubbata. keessumaa kiristiyaanotaaf bifa kanaan afaan oromoon barreeffamuun macaafa kanaa bu'aa gudda qabaata. macaafichi hanga danda'ametti akka namootni hundumtuu salphaatti hubachuu dandaa'anitti itti yaadamee waan qophaa'eef bu'aa gaari qabaata jedheen yaada. yaada macaafa kana irra jiru haala gaariidhaan dubbisanii hubachuu jechuun dhuunfaa ofiittis ittijieaachuuf, akkasumas itiin taajaajiluufis bu'uura jabaa ta'e tokko dhaabachuudha. ani akkan yaadutti mata duree kanaan bifa kanaan afaan Oromoon barreeffamuun isaa isa jalqabaati jedheen yaada. manneen barumsaa mcaafa qulqulluu gita dipiloomaatti jiran illee yoo itti gargaaraman akka gargaarnuu danda'u beektonni macaafa kana dursanii ilaallan dhugaa ba'aniiru. gabaadhumatti macaafni kun seenaa dhuunfaa Yesuus haala inni keessatti guddatee fi waaee tajaajila isaatii bal'inaan ibsa. dubbisa gaarii!

Media Kirjat     Paperback Book   (Kirja pehmeillä kansilla ja liimatulla selällä)
Julkaisupäivämäärä perjantai 7. syyskuuta 2018
ISBN13 9781726353045
Tuottaja Createspace Independent Publishing Platf
Sivujen määrä 122
Mitta 152 × 229 × 7 mm   ·   190 g
Kieli Oromo